SBS Afaan Oromoo Podcast By SBS cover art

SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

By: SBS
Listen for free

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.Copyright 2026, Special Broadcasting Services Politics & Government
Episodes
  • Guyyaan Oromtittii Hawaasni akka addatti kabajata - Obbo Bantii Ol-iiqaa
    Apr 1 2026
    Guyyaan "Oromtittii" Magaalaa Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre Bitootessa digadamii saddeetti guyyaa irraa eegalee kabajamee oole.
    Show more Show less
    10 mins
  • Australian Easter: Exploring social and cultural traditions beyond religion - Easter Australia: Amantii bira dabree duudhaa aadaa fi hawaasummaa mul'isuu- Australia Explained
    Apr 1 2026
    Easter holds great significance for Christians. Yet, for those of different faiths or non-religious backgrounds, it presents a chance to relish a four-day weekend, partake in family and social gatherings, engage in outdoor activities, and attend events where children take centre stage. Here's your essential guide to celebrating Easter in Australia. - Ayyaanni Easterii Kalaandarii warra Kirstaanaa keessatti ayyaana guddaatti ilaalama. Garuu amantii kam iyyuu yoo tahe, namoota baay’ee Australia keessaaf Ayyaanni Easter boqonnaa dheeraa dhuma torbee irratti argataniin wali hidhata. Sochiiwwan alaa fi walga’ii hawaasummaa wajjin wal qabatas, yeroo kanattis qophiilee alatti taasisamuufii wal argee hawaasumaatu heddummata. Manni barmootaas cufamaa tahuu isaa irraa kan ka’e, ijoolleen duudhaa aadaa isaanii fi kabajatnaa adda addaa maatii waliin hirmaachuuf carraa hedduu argatu. saanti beekuu qabdan kunoo ti.
    Show more Show less
    12 mins
  • Umruu 66tti boqotte- Barsiiftuu, guddistuu aartii Saboota Duraa adaadee Rhoda Roberts
    Mar 25 2026
    SBS keessatti bakka guddaa kan Qabdu falmattuun mirga Abbootii Dachee dubartii Widjabul Wia-bal , Adaade Rhoda Roberts, uburii ishee wagga 66tti boqochuun dhaamsa kara karaa maatii dhaqqabaa jira. Bitootessa 21, dhibee irra tureen kan boqotte adaadee Rhoda Roberts Barreessituu, taatoo fi director taatee aartii agarsiisaa fi waltajjii fi akkasumas TV irrattis tajaajila kennaa kan turte jaalala guddaa qabduun bara 2016 badhaasa Order of Australia badhaafamteetti.
    Show more Show less
    10 mins
No reviews yet